Walaloo Harmee icône

4.0 by SHEGER-SOFT


May 3, 2024

À propos de Walaloo Harmee

Walaloo Harmee - Walaloo Haadhaa

Haati hunda keepyaaf baay'ee kan faayamtedha, Namni haadha ofii jabeessee ni jaalata. Tarii kanaaf ta'uu danda'a amantii fi hawaasa hunda keessatti namni ijoo kabajamuu qabu yoo jiraate Harmee dha. sana booda abbaa fi firoottan biroo akka ta'e himama. Yeroo tokko tokko haadha sharpya jaalala akkamii akka jaalannu ibsuun nu rakkisa, sana booda walaloo miira sharpya ibsu barbaanna ta'a. Jaalala Haadhaa Walaloon ibsuun namoota hedduu biratti baay'ee beekamaa fi filatamaa kan ta'eedha. Kanaarraa ka'uun ; nutis mosaajii "Walaloo Harmee" Afaan Oromootin qophaaye kan jalqabaa dhiheessinee jirra.

Walaloo Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa :

Oolmaa guguddaa qabda

Boqonnaa de dhorkite

Namuummaadha baate

Guddistee nama goote

Gatii Harma keetii

Waa'een isii jabaadha

Jecha sigitu dhabe

Gammachuu koo fudhu

Seenaan kee baay'eedha

Siif himuu dhugaa kee ?

Dhiiga keerraan argame

Ati furtuu jireenyati

Ati Eenyumaan oli

Imimmaanin sirraa haqa

Garaan kee arjadha

Rakkoo koof rakkatta

Dhibbaaf shan rukuta

Haadha trop hin yaadin

Akeektuu galma kootii

Waanuma vif barreessa

Quoi de neuf dans la dernière version 4.0

Last updated on May 3, 2024

Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

Chargement de la traduction...

Informations Application supplémentaires

Dernière version

Demande Walaloo Harmee mise à jour 4.0

Telechargé par

Angel Soyos

Nécessite Android

Android 5.0+

Available on

Télécharger Walaloo Harmee sur Google Play

Voir plus

Walaloo Harmee Captures d'écran

Charegement du commentaire...
Recherche en cours...
Abonnez-vous à APKPure
Soyez le premier à avoir accès à la sortie précoce, aux nouvelles et aux guides des meilleurs jeux et applications Android.
Non merci
S'inscrire
Abonné avec succès!
Vous êtes maintenant souscrit à APKPure.
Abonnez-vous à APKPure
Soyez le premier à avoir accès à la sortie précoce, aux nouvelles et aux guides des meilleurs jeux et applications Android.
Non merci
S'inscrire
Succès!
Vous êtes maintenant souscrit à notre newsletter.